Shaambal Guutaa Dinqaa eenyudha?
Adoolessa 25,2014 Finfinnee(TW) Shaabal Guutaa Dinqaa jedhamu Niilsan Maandeellaa du'a irraa akka oolchan himama.Maal gochuudhaan Maandellaa du'a irraa oolchaan laata?.Odeeffannoo guutuu BBC Afaan Oromoo irraa liinkii kana cuqaasuudhaan dubbisaa https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cz9l18qlv6eo
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ