ልጥፎች

ከዲሴምበር, 2019 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Gaachana Sabaa,qeequun fala hin ta'u!

ምስል
Finfinnee/Addis Ababaa Muddee 20/2012(TW) Bareffama kanaaf ka'uumsa kan naaf ta'e yaada fuula fb paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaa irratti har'a ganama dubbise tokkodha. Poolisiin Oromiyaa dhugaadha gaachana Sabaati.Oromi ammoo kana akka hin jaallanne beekuu qabna.Maaliif akka jibbanis hin wallaalamu.Humni kun badii isaan saba irraan ga'an kichuutti kan hanbisuufi guutummaattis kan ittisuu danda'u waan ta'eef jibbuun. Jibba isaanii ololaafi yaada weeb saayitii hawaasummaa tokko tokko irratti kennaa jiraniin mul'isaa jiru. Dhugaa qabatamaadhaan kan beekamuufi wanti haalamuu hin dandeenye Poolisiin Oromiyaa gaachana sabaati. Wabii nageenyaa fi eegduu ol’aantummaa seeraati.Poolisiin Oromiyaa nageenya ummata keenyaa kabachiisuuf jecha wareegama hedduu kaffalaa as gahee jira. Haala mijataa hintaane keessatti qorraa fi roobaan rukutamaa, beelaa fi dheebuuf osoo hinjilbeenfatini, wareegama qaqqalii kaffaluun ofiif du’aa humna ummata jiraachisuuf

Carraaqqii Looreetii Nagaa Itiyoophiyaafi abdii fuulduraa(Kutaa 3ffaa)

ምስል
Finfinnee/Addis Ababaa Muddee 20/2012(TW) Looreetiin Nagaa Muummichi Ministiraa Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad jijjiiramni abdachiisaan qabsoo yeroo dheeraa booda Itiyoophiyaatti argame akka hin gufanneef carraaqqii walirraa hin cinne kan itti fufiinsa qabu taasisaa akka jiran hundatu beeka.Keessumattuu ummanni bal’aan carraaqqii Dr.Abiyyi Ahimad taasisaa jiran guutummaatti hubateera. Utuu Ummanni bal’aan isaan hubachuu danda’uu baate shirri warra shiraa milkaa’ina argata ture.Gufachiiftoonni jijjiiramaa tooftaa adda addaa uumuudhaan   sochiin isaan jijjiirama gufachiisuuf taasisaa jiran fudhatama argachuu hin dandeenye.Kun milkaa’ina ol’aanaadha. Gufuuwwan jijjiirama gufachiisuuf taasifaman hedduu waan ta’aniif barreeffama kutaa 3ffaa kana keessattis hanga tokko kaasuun barbaachisaadha jedheen yaade.Looreetiin Nagaa Muummichi Ministiraa Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad waa’ee jijjiiramichaa irratti hubannoo gahaa uumuuf jecha carraaqqii biyya keessatti taasisaa turan xumuruudhaan x

Paartii Badhaadhinaa hundeessuun maaliif barbaachise?

ምስል
Biyyi keenya Itoophiyaan bulchiinsa ADWUI waggoottan kurna sadii ta’uun booda waggoottan sadan darbaniif ce’umsa siyaasaa guddaa keessa jirti. Kaayyoon ijoo jijjiirama kanaa dogoggoroota fi rakkinoota akkasumas walqoqqooddii fi haaloowwan turan sirreessuu fi fayyisuun biyyattiin daandii dimokiraasii fi badhaadhinaa akka qabattu taasisuu dha. ------- Itoophiyaa keessa yeroo dheeraaf rakkoowwan qoodinsa qabeenyaa, bilisummaa, hojii dhabdummaa, malaammaltummaa fi of duroomsuu hamaan akka ture beekamaadha. Haalli kun biyyattii qarqara diigamuu irraan ga’ee ture. Dhaabbileen ciccimoo rakkinoota kanneenii fi fedhii ummataa dabalaa dhufeef deebii kennan dhabamuun ammoo sirnichatti qormaata hammeesseera. Haalli kun walitti ida’amee hawaasa irratti yaaddoo fi qormaata hamaa uumuu qofa osoo hin taane jijjiirama haqnii fi walqixxummaan keessatti dagaage akka uumamuufis carraa fideera. ------- Haalli biyya keenya keessa ture mormii walirraa hin cinne akka jiraatu kan taasise yoo ta’u

Koonfiraansiin Nageenyaa Magaalaa Asoosaatti Taa’amaa Jira

ምስል
Finfinnee/Addis Ababaa Muddee 16/2012(TW) Koonfiraansii kanas kan qopheesse Waajjira Qindeessaa Sagantaa Nageenyaa fi Misooma Waliinii Mootummoota Naannolee Beenishaangul Gumuzifi Oromiyaadha. Kantiibaan Magaalaa Asoosaa Obbo Umar Ahmad keessummootaan baga nagaan dhuftan jedhanii, waggoota lamaan dura jijjjiiramni akka biyyaatti dhufe akka lafa hin qabaneef ummata barootaaf duudhaa waliin jireenyaa qabu walitti buusuun rakkoon akka uumamu godhamus, kutannoo hoggansaa fi ummataan fashalaa’ee rakkoon ture furamee nageenyi iddootti deebi’eera jedhaniiru. Obbo Umara imala badhaadhinaa Jijjiiramni fide milkeessuun fayyadamaa ta’uuf hunduu harka walqabatee hojjechuu akka qabus dhaaman. Waldhabdee uumameen nageenyi duraan boora’ee ture iddootti akka deebi’ee fi namoonni rakkoo nageenyaan qe’ee isaaniirraa buqqaa’anii turanis gama lachuunuu akka deebi’anidha ragaan Waajjira Qindeessaa Sagantaa Nageenyaa fi Misooma Waliinii Mootummoota Naannolee Oromiyaa fi Beenishangul Gumuz irraa

Dhaga'amtummaa Siyaasa Itiyoophiyaa keessatti Obbo Lammaan horatan

Obboo Lammaa Magarsaa namoota siyaasaafi xiinxaltoota siyaasaa, akkasumas rogeeyyii hedduu biratti nama 'Itoophiyaa diigamuurraa baraare' jedhamanii leellifamu. Dabalata dubbisaa: https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-50896261

Saatalaayitiin Ityoophiyaan torbee darbe gara Hawaatti furgugsite suuraa jalqabaa Hawaarra kaafte ergite.

ምስል
Saatalaayitiin Ityoophiyaa torbee darbe gara Hawaatti furgugsite suuraa jalqabaa Hawaarra kaafte ergite. Lafa kan qorattuu fi ragaa suuraan galmeessuun kan walitti qabdu mogaasti “ETRSS-1” kan kennameef saatalaayitiin Ityoophiyaa jalqabaa suuraa jalqabaa hawaarraa kaafte erguun ishee ibsame. Saatalaayitittiin Jimaata darbe buufata saatalaayitii Chaayinaatii gara hawaatti furgugfamuun ishee ni yaadatama. Jijjiirama qabeenya qilleensaa to’achuuf, qorannoo fi qo’annoo qonnaa waliin walqabate hojjechuu fi damee biroo irratti hojii bu’uraalee misoomaa raawwachuu dandeessi jedhame. Chaayinaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa Togaa suuraa jalqabaa ifoomsaniiru. Haata’utii suurichi naannoo kam akka agarsiisu hin ibsamne.

ኢትዮጵያ ውስጥ 17 የዓለም አቀፍ የሽብር ቡድን አባላት በቁጥጥር ስር ዋሉ

ፊንፊኔ/አዲስ አበባ ታህሳስ 14/2012(TW) ኢትዮጵያ ውስጥ 17 የዓለም አቀፍ የሽብር ቡድን አባላት ጥቃት ከመፈጸማቸው በፊት በቁጥጥር ስር ማዋሉን የብሔራዊ መረጃና ደህንነት አገልግሎት ገለፀ። የህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት የውጪ ግንኙነትና የሰላም ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ የብሔራዊ መረጃና ደህንነት አገልግሎት የስድስት ወራት እቅድ አፈፃፀምና የተቋሙን እንቅስቃሴ ለመገምገም ዛሬ የመስክ ጉብኝት አካሂዷል። ከጉብኝቱ በኋላ የቋሚ ኮሚቴው ሰብሳቢ አቶ ተስፋዬ ዳባ እና የብሔራዊ መረጃ ደህንነት አገልግሎት ዋና ዳይሬክተር ጄኔራል ኮሚሽነር ደመላሽ ገብረሚካኤል በጋራ ለጋዜጠኞች መግለጫ ሰጥተዋል። በዚሁ ወቅት ኮሚሽነር ደመላሽ እንደገለጹት፤ የብሔራዊ መረጃና ደህንነት አገልግሎት የአገሪቷን ሰላምና ደህንነት ለማረጋገጥ በርካታ ተግባራት አናውኗል። በተለይም የሽብር ተግባራት ለመፈፀም ሊንቀሳቀሱ የነበሩ ዓለም አቀፍ የሽብር ቡድኖችን ጥቃት ከማክሸፉም በላይ አባላቱን በቁጥጥር ስር ማዋል መቻሉን ተናግረዋል። የዓለም አቀፍ የሽብር ቡድኖችም አይ. ኤስ. አይ. ኤስ እና አልሸባብ መሆናቸውን የጠቆሙት ኮሚሽነር ደመላሽ፤ ከተለያዩ ዓለም አቀፍ የስለላ ተቋማት ጋር በመቀናጀት የተሳካ ስራ በማከናወን የሽብር ጥቃቱን ማስቆምና በቁጥጥር ስር ማዋል መቻሉን አውስተዋል። በዚህም 17 የሽብር ቡድን አባላት በቁጥጥር ስር መዋላቸውን ጠቁመው፤ ጥቃት ለማድረስ የለዩዋቸውን ቦታዎችና የጥቃት ሰነዶች መገኘታቸውን ተናግረዋል። አዲስ አበባ፣ ድሬዳዋ፣ ጅግጅጋ እና ሞያሌ የሽብር ቡድኖቹ የጥቃት ኢላማ ካደረጓቸው መካከል ተጠቃሽ መሆናቸውንም አብራርተዋል። በዚህ ኦፕሬሽን የተገኘውን መረጃ ለ16 አገሮች በተለይም ለአሜሪካ፣ ጣሊያን፣ ፈረንሳይ፣ ህንድና ለአንዳንድ አፍሪ

Boordiin filannoo Itiyoophiyaa Saanduqoota Laastikii bitaan jira jedhe

ምስል
#Filannoo2012 #Election2020 Finfinnee/ Addiis Ababaa Muddee 14/2012(TW) Boordiin filannoo Itiyoophiyaa Saanduqoota Laastikii filannoo dhufuuf oolu bitaa jira. Gorsituun dhimmoota komunikeeshinii boordichaa Sooliyaanaa Shimallis akka himanitti bittaan Saanduqoota Laastikii raawwatamaa jira. Saanduqoonni Laastikii bitamaa jiran meeshaaleen filannoo buufatawwan filannoo kuma 48'f tajaajilan saamsamanii kan ittiin raabsamanidha jedhan. #Ethiopianelection2020