Boordiin filannoo Itiyoophiyaa Saanduqoota Laastikii bitaan jira jedhe

#Filannoo2012 #Election2020

Finfinnee/ Addiis Ababaa Muddee 14/2012(TW)

Boordiin filannoo Itiyoophiyaa Saanduqoota Laastikii filannoo dhufuuf oolu bitaa jira.
Gorsituun dhimmoota komunikeeshinii boordichaa Sooliyaanaa Shimallis akka himanitti bittaan Saanduqoota Laastikii raawwatamaa jira.
Saanduqoonni Laastikii bitamaa jiran meeshaaleen filannoo buufatawwan filannoo kuma 48'f tajaajilan saamsamanii kan ittiin raabsamanidha jedhan. #Ethiopianelection2020

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)