Biyyaaf yaaduun hojjechuun ofiifis ta'e biyyaaf bu'aa qaba

Dargaggeessi fuulduroo biyyaatiif fageessee yaaduu kunoo akkanatti tajaajila tola ooltummaatiin biqiltuu dhaaba malee ergama humnoota badii fudhatee qabeenya Ummataa hin barbadeessu.

Kanneen faayidaa yerootiin mooqfamanii dogongoraniifi ergamtuu ta'an muuxannoo kana fudhachuun itti haafayyadaman!

Tajaajila tola ooltummaa baranaatiin sadarkaa guutuu biyyaatiin Dargaggoonni miliyoona 12 caalan,sadarkaa Naannoo Oromiyaatiin ammoo Dargaggoonni Oromiyaa miliyoona 5 caalan dameewwan hojii adda addaatiin hawaasa keessaa ba'an haqaan tajaajilaa jiru.

Isiniif biyyi galata guddaa qabdi,kanneen dogongoranii seeraan ala deeman ammoo karaa sirriitti akka deebi'aniif hawwiti.

Hawwiin biyya keessanii dhaloonni haarawaan imala haaromsaa kutannoodhaan akka itti fufsiisudha malee ergamtuu diina Oromiyaa taatanii karaatti akka haftaniif miti.Dargaggoonni dogongortanii kaayyooa Jawaar Mahaammad milkeessuuf sochootan ni miidhamtu malee hin fayyadamtan ,kana beekaa!!

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman