Haafsaa Moosii Nama hin beekamneen ajjeefamte

Haafsaa Moosii dhukaasa Nama hin beekamneen itti dhukaafameen ajjeefamtee jirti.


Haafsaan kanaan dura Gaazexeessituu BBC kutaa Swaahiliiti.Hanga gochaan ajjeechaa irratti raawatametti ammoo miseensa paarlmaa Burudii ta’uudhaan tajaajilaa turte.

Amma lubbuun hin jirtu Nama eenyummaan isaa hin beekamneen itti dhukaafamee akka ajjeefamtedha BBC’n kan gabaase.


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Lafa Keenya Nujalaa Gurgurachuufi?

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)

Ibsa Konfaransii Dhaabbattummaa 8ffaa Dh.D.U.O