ልጥፎች

ከ2015 ልጥፎች በማሳየት ላይ

Kunis fala hin ta'u

ምስል
Kunis kan furmaata ta'uu  danda'u miti suuraan daawattan kun  barattoonni Oromoo Namoota sababa jeeqamsaan du'aniitiin kadhannaa taasisan ta'uu isaanii odeeffannoo mul'isu tokkoo har'a argadhedha Lammiiwwan keenya haala mudate sanaan du'uun isaanii Oromoota hund gaddisiiseera.Barataan homaa hin beekne kaayyoosaa malee yoo du'u kan hin gaddine hin jiru.Amma gaaffiin jiru wanti kun haala kanaan akka mudatuuf eenyutu taasise kan jedhudha.Kana duuba harka eenyuufa'itu jira? Akka waan namni gara biraa lammiiwwan du'anif hin gaddine taasiisuun haala kanaan xiiqii uumuuf carraaquunis fala hin ta'u.ammas qaamonni waan kana duubaa qindeessaa jirtan adabattanii yoo taa'uu dadhabdan badiin keessan saffisaa jira

Dr.Mararaan hayyuudhaa?

ምስል
Hayyuu jechuun Nama waa hedduu qorachuudhaan   namoota kaanii olitti waa hedduu beekudha.Sabni Oromoo hayyoota baratan hedduu qaba,baruumsa hammayyaa’aa utuu hin baratinis Oromoonni hayyummaa isaanii qabatamaan mul’isan baay’eetu jira. Garuu mee Namni Dr.Mararaa jedhamuufi waggoota hedduuf hojii barsiiftummaa sanuu barsisaa barattoota Yuuniivarsiitii irra tureefi dorgommii siyaasaa taasisaa ture kun hayyuudhaa laata?   Dr.Mararaa Guddinaa hayyuu utuu hin taane Nama homaa hin beekne ta’uusaa qabatamaan mul’isaa tureera.Kan tibbana ta’es kanuma.Dabballoota Dh.D.U.O/A.D.W.U.I arrabsuufi gadi qicuun siyaasa akka hin taane hin beeku Mararaan. Dr.Mararaa dabballoonni Dh.D.U.O/A.D.W.U.I ummata isaaniitiif biyyaaf hojjechaa jiru yeroo hin qaban,biyyi teenya hiyyummaa keessaa akka baatuuf halkanii guyyaa carraaqaa jiru.Isin ammoo akka Namni itti arrabfamuufi salphifamu qayyabachuun wayita ibsa kennitanitti isa qayyabattan sana darbattu.Mee ilaalaa garaa garummaa bal'

Leaked memo says Jawar Mohammed and wife siphoned off over $280,000 raised for OMN

ምስል
Leaked memo says Jawar Mohammed and wife siphoned off over $280,000 raised for OMN (Solomon Ungashe) According to a damning confidential memo by Dr. Solomon Ungashe, one of the founders of the Oromo Media Network, circulating on Oromo online forums, Jawar Mohammed raised over $300,000 during the Oromo First campaign which was supposed to go to the coffers of OMN. Dr. Solomon Ungashe alleges that because Jawar and his wife Arfase Gamade were not willing to transfer the money only $20,000 was transferred to OMN from Jawar’s account. Apparently, one of the problems causing division in OMN is the issue of this money that melted away in Jawar and Arfase’s pockets. Jawar insisted that all the money raised during the Oromo First campaign was not raised for OMN but for himself. The memo reveals that OMN’s main problems are tied with the corrupt, dictatorial and manipulative tendencies of Jawar Mohammed. jawarmwehammed “Once money was generated from Oromo communities, Arfas

የኦሮሚያ ክልል ከአዲስ አበባ የሚያገኘውን ልዩ ጥቅም የሚያጠና ግብረ ኃይል ተቋቋመ

ምስል
ኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት ከአዲስ አበባ ከተማ ሊያገኝ ስለሚገባው ልዩ ጥቅም የሚያጠና ግብረ ኃይል አቋቋመ፡፡ የተቋቋመው ግብረ ኃይል በክልሉ ከፍተኛ የፖለቲካ አመራሮች የተዋቀረ መሆኑ ታውቋል፡፡ በ 1987 ዓ . ም . የፀደቀው ሕገ መንግሥት አንቀጽ 49(5) ላይ እንደተደነገገው፣ የኦሮሚያ ክልል የአገልግሎት አቅርቦት ወይም የተፈጥሮ ሀብት አጠቃቀምና የመሳሰሉትን ጉዳዮች በተመለከተ፣ እንዲሁም አዲስ አበባ በኦሮሚያ ክልል መሀል የሚገኝ በመሆኑ የሚነሱ ሁለቱን የሚያስተሳስሩ አስተዳደራዊ ጉዳዮችን በተመለከተ ያለው ልዩ ጥቅም ይጠበቅለታል፡፡   ኦሮሚያ ክልል ስለሚያገኘው ልዩ ጥቅም በዝርዝር በሕግ እንደሚወሰ ን ሕገ መንግሥቱ በግልጽ አስቀምጧል፡፡ ነገር ግን ሕገ መንግሥቱ ከፀደቀ 20 ዓመታት ቢቆጠሩም ዝርዝር ሕጉ ባለመውጣቱ፣ በተለያዩ ምሁራን ጥያቄ ሲነሳ ቆይቷል፡፡   የኦሮሚያ ክልል መንግሥት ካቢኔ አባልና የመንግሥት ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ኃላፊ አቶ ፍቃዱ ተሰማ ከሪፖርተር ጋር ባደረጉት ቃለ ምልልስ እንደገለጹት፣ የኦሮሚያ ክልል ከአዲስ አበባ ማግኘት ያለበት ልዩ ጥቅም እየተጠና ነው፡፡ ‹‹ ሕገ መንግሥቱ ላይ የሰፈሩ ድንጋጌዎች በሙሉ ተተርጉመው ወደ ተግባር ተሸጋግረዋል ማለት አይቻልም፡፡   ምክንያቱም ሕገ መንግሥት ትልቅ ፍኖተ ካርታ ( ሮድማፕ ) ነው፤ ›› በማለት ሕገ መንግሥቱ በርካታ ጉዳዮችን አቅፎ መያዙን አቶ ፈቃዱ አስረድተዋል፡፡ በዚህ ጊዜ ውስጥ ቅድሚያ የሚሰጣቸው ትላልቅ ጉዳዮች