Kunis fala hin ta'u

Kunis kan furmaata ta'uu  danda'u miti suuraan daawattan kun  barattoonni Oromoo Namoota sababa jeeqamsaan du'aniitiin kadhannaa taasisan ta'uu isaanii odeeffannoo mul'isu tokkoo har'a argadhedha
Lammiiwwan keenya haala mudate sanaan du'uun isaanii Oromoota hund gaddisiiseera.Barataan homaa hin beekne kaayyoosaa malee yoo du'u kan hin gaddine hin jiru.Amma gaaffiin jiru wanti kun haala kanaan akka mudatuuf eenyutu taasise kan jedhudha.Kana duuba harka eenyuufa'itu jira?

Akka waan namni gara biraa lammiiwwan du'anif hin gaddine taasiisuun haala kanaan xiiqii uumuuf carraaquunis fala hin ta'u.ammas qaamonni waan kana duubaa qindeessaa jirtan adabattanii yoo taa'uu dadhabdan badiin keessan saffisaa jira

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman