Walitti gaarreffachaa waliigaluu?

 Walfalamitoonni Suudaan kibbaa lameen waliigaltee nagaa akka waliif mallatteessan galgala kana dhaga'ameera.

Waliigaltee Saalvaa kiiriifi Riik Maachaar kana muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad dinqisiifataniiru.

Waliigalteen walfalamitoonni lameen har'a mallatteessan dhiyeessii loltummaa irratti kan xiyyeeffatedha.

Garuu wayita waliigalteen mallateeffametti pireezidaantiin Ugaandaa Yuuweerii Museveenii yeroo harka walfuusiisan Saalvaa Kiiriif Maachaar akkamitti wal ilaalanii?Walitti gaarreffachaa,ija hamtuudhaan wali ilaalaa waliigalteen jiraa?Ajaa'ibadha.


 

 

 

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......