Dinqisiifannaa Jaanaraalota keenyaa!

 


Qondaaltoonni loltummaa Itiyoophiyaa tibbana hojiiwwan misoomaa jiddu gala biyyaatti hojjetamaa jiran akka daawwatan taasifameera.Qondaaltoonni loltummaa hojiiwwan misoomaafi caasaawwan gara garaa teeknooloojii hammayaa’aa qaban kan daawwatan yoo ta’u watoota daawwatanitti akka gammadan himaniiru.

Nuti waraanarra turre waan ta’eef jiddu gala biyyaatti hojiiwwan misoomaa itti fufiinsa qaban waan hojjetamaa jiran nutti hin fakkaatu ture kan jedhan qondaaltoonni loltummaa Itiyoophiyaa kun haalli adda waraanaa taa’uudhaan ittiin yaadan dogopngora ta’uusaa hojiiwwan misoomaafi guddinaa erga daawwatanii booda hubannoon     dogongoraa qaban akka sirraa’e dubbatan.

Tika biyyaalessaa Kanaan dura akka daawwannuuf carraa akka hin qabnes himuudhaan caasaan tika biyyaalessaa haala amansiisaadhaan ijaaramuusaa daawwannaa taasifneen qabatamaan mirkaneessuu dandeenyee jirra jedhaniiru.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......