'Antooniyoo Gutereez Xalayaa Dabratsiyoon dubbisuu hin qaban'

 


Itaamaazyooriin waliigalaa humnoota waraanaa Itiyoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Barreessaan dhaabbata mootummoota gamtoomanii Antooniyoo Gutareez Xalayaa dura taa’aa TPLF’fiin ergameef dubbisuu hin qaban jedhan
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii Mootummaan Itiyoophiyaa utuu jiruu garee shororkeessaa TPLF wajjin walitti dhufeenya qabaachuun sirrii miti kan jedhan Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa dhimmi Janaraal Tsaadiqaan Gabratinsaay ana wajjin dhimmoota gara garaa irratti akka mari’anne fakkeessuudhaan kan odeessan dhiphina keessa isaaniitti uumametti fala barbaaduuf tooftaa mijeeffatan akka ta’e dubbataniiru.
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa turtii galgala kana ‘EMS Eletawi’ wajjin bilbilaan You tube irratti marii kallattii irratti taasisaniin dhimmoota hedduu irratti ibsa kenuudhaan ololaafi shira beekamaa wayyaanee irratti iftoomina uumaniiru.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman