Maqaa deeggaramaatiin of beeksisuun akka dhabeera

 

Hawaasa rakkoodhaan dararameef deeggarsa taasifneerra jechuuf of beeksisuun kun akka dhabeera.

"Bulchinsa Magaalaa Baabbileetti, namoota harka qalleeyyiif midhaan nyaataa deeggarsaan kennameera.
Deeggarsichi dhaabbata tola oolaa "Babile International Humanitarian Association " kan dhalattoota Baabbilee biyya keessaafi alaa jiraataniin maallaqa walitti qabame irraa kan taasifamedha."
"Babile International Humanitarian Association"beeksisuuf jecha Zayitii dhoqqeefi daakuu hiriira galchuun mul'isan.Kun sirrii miti.Hawaasni rakkate deeggaramuu qaba.Maqaa hawaasa rakkoof saaxilameetiin daldaluun ammoo balaaleeffatamuu qaba.maal jara keenya hundumtuu akka qabaa bar!

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman