Miseensoota boordii Dhaabbilee Miidiyaa Ityoophiyaaf muudamni kennameera

Abbaa Taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa hundeessuuf akkaataa labsii lakkoofsa 1238/213 ba’een miseensoonni boordichaa muudamaniiru.

Akkaatuma kanaan:-

1.Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministeera Dhimma Alaarraa walitti qabaa

2.Ambaasaaddar Naasisee Caalii Ministeera Tuurizimiirraa miseensa

3.Ambaasaaddar Hasan Abdulqaadir giddugala ijaarsa sirna demookiraasiirraa miseensa

4.Dr.Aggaredaach Jaamaanah Yuunvarsiitii Finfinneerraa miseensa

5.Dr.Baddiluu Waaqjiraa Yuunvarsiitii Finfinneerraa Miseensa

6.Dr.Masaay Gabramaariyaam Yuunvarsiitii Finfinneerraa Miseensa

7.Dr.Waadajeenah Maahaarii gorsaa miseensa

8.Qees Taagaay Taaddalaan dhaabbilee amanataarraa miseensa

9.Ustaaz Yaasiin Nuuruu dhaabbilee amantaarraa miseensa ta’uun sagalee mormii 11 fi sagalee caalmaa 17 muudamnisaanii raggaasifameera.

Muudamtoonnis sagalee waadaa seenuu raawwachuusaanii ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarra argame mul’iseera


 

 

 

 

 

 

 

 

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman