Hojii Duumessa misoomsuu Booranatti

 Teeknooloojiin duumessa misoomsu Godina Booranaa aanaalee sadii keessatti dhaabbameera.

Duumessi gahaan naannicha jiraannaan meeshaaleen dhaabbaman kanneen iddoo dhaabbameerraa haga kiloomeetira 40'tti tajaajila akka kennu himameera.
Yeroo amma Tekinooloojiin kun Godina Booranaa iddoo sadii, Aanaalee Yaa’abal’oo ganda Obdaa, naannawaa Magaalaa Yaa’abal’oofi Aanaa Dirree iddoo addaa Diida Waalmalii jedhamutti hojiin dhaabbii meeshaalee tajaajila kanaaf oolan xumuramanii hojii eegalaniiru.
Tekinooloojiin kun duumessa uumuu osoo hin taane, yeroo duumeessi uumameetti duumessa kana qorrisiisuun roobni akka uumamu godha jedhameera.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Ibsa Ijjannoo Yaa’ii dhaabbatummaa ODP

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)