“Abbaafi Haadha keenya irraa nyaannee Nama hin taanu”!

“Abbaafi Haadha keenya irraa nyaannee Nama hin taanu”!

“Harree Ganama bade Galgala kur kuriin hin deebisu” jedha mammaaksi.Nama Naamusa hin qabneefi of ittummaadhaan ijjisaa jaame karaatti deebisuun baay’ee rakkisaa ta’a.”Itti himan malee itti hin hidhan”akkuma jedhamu Namoota Amala badaa qaban akka of sirreessaniif itti himuudhaaniifi gorsuudhaan  ala wanti ta’uu danda’u waan jiru natti hin fakkaatu.dubbisa dabalataa

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......