Balaa lolaatiin lammiiwwan Itiyoophiyaa 100 ga'an du'an

Ministirri waajjira dhimmoota koomunikeeshinii Mootummaa obbo Getaachaw Raddaa har'a dhimmoolee adda addaa irratti ibsa kennaniiru.

Ministirichi ibsa kennan kanaan lammiiwwan Itiyoophiyaa garee shororkeessaa 'IS'n akka ajjeefaman sab quunnamtiilee idila addunyaa irraa akka dhaga'ame himuun odeeffannoon guutuun akka hin argamne himaniiru.

Haa ta'uutii lammiiwwan keenya garee shoroorkeessaa kanaan ajjeefamaniif nigaddina jedhan.

Kana malees obbo Getaachaw dhimma Ijoollee Naannoo Gaambeellaa danqaman,waa'ee balaa hoongeefi deeggarsa lammiiwwaniif taasifamaa jiru akkasumas balaa lolaa miidhaa geessisaa jiru irratti xiyyeeffachuudhaan ibsa bal'aa kennaniiru.

Balaa lolaa tibbana mudateen lammiiwwan 100 ga'an akka du'aniifi qabeenyi hedduun akka barbadaa'es mirkaneessaniiru.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman