የነዳጅ ሃብት ባለቤት መሆናችን ያስደስተናል አገናኝ አግኝ ፌስቡክ X Pinterest ኢሜይል ሌሎች መተግበሪያዎች - ሜይ 02, 2016 የነዳጅ ሃብት ባለቤት መሆናችን ያስደስተናል ነገር ግን ልንመካበት አይገባም ምክንያቱም በነዳጅ ሃብት የተንበሸበሹቱ አገራት ምን እየሆኑ እንደሆነ እናውቃለንና በኦጋዴን በተቆፈሩ የነዳጅ ጉድጓዶች መልካም ውጤት ተገኘ ይለናል ሪፖርተር ጋዜጣ ተጨማሪ ያንብቡ አገናኝ አግኝ ፌስቡክ X Pinterest ኢሜይል ሌሎች መተግበሪያዎች አስተያየቶች
Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname. - ፌብሩዋሪ 08, 2018 Koree Giddu Galeessa Dh.D.U.O jalqabbii imala haaroomsa jijjiiramaafii kallattii heegareerratti mariifii qorannoo bal’aa guyyoota kurnan darbaniif gaggeessaa ture Amajjii 29 Bara 2010 milkaawinaan xumuree jira. Dhaabni keenyaa aadaa ummata dhaggeeffachuun hanqinoota mudataniifii akka sirratan akeekaman fudhachuun sirreessaa deemuun beekkama. Imala jijjiiramaan haaromuu A.D.W.U.I gaggeesseefii kallattii kaawe bu’uura godhachuudhaan toora biyyattiin gama siyaasa,diinagdeefi hawaasummaatiin irra jirtu gadi fageenyaan qorachuudhaan kallattii kaa’ee jira. Dh.D.U.O nageenyiifii wajji jireenyi ummatoota biyya Ø keenyaa karaa kamiinuu akka hin gufanneefii duudhaan Jaalalaaf wajjini jireenyaafi nageenya labsuu ummata Oromoofi Dhaaba Naannoo keenya hoogganaa jiruu karaa milkaawina qabuun akka itti fufu, gufuuwwan duudhaa kana gufachiisuu malan kamuu akka sirratan hoojjachuun dhimma murteessaa tahuu isaa xiyyeeffannoo addaan mari’atee jira. Ø Aaadaan dimokiraasummaafii ... ተጨማሪ ያንብቡ
Ibsa Konfaransii Dhaabbattummaa 8ffaa Dh.D.U.O - ጁን 13, 2018 Konfaransiin Dhaabbattummaa 8ffaa Dh.D.U.O Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti waxabajjii 03 irraa eegalee taa'amaa ture ibsa Ejjennoo abbaa qabxii 11 baasuun xumurame. Dhaabbanni Dimokraatawaa Uummata Oromoo dhaaba waltajjii qabsoo irra gahe sirriitti adda baafatee, qabsoo cimaa keessoo isaatti geggeessuun dhaabatee of ilaalaafi of sirreessaa dhufedha. Dh.D.U.On imala haaromsaatiin dhaabbatee, yeroo gahaa fudhatee, gubbaa hanga gadiitti keessoo isaa sakatta’ee of haaromsuudhaaf qabsoo obsa fixachiisaa taasiseen sadarkaa tooricha itti fufsisuu isa dandeessisurra gaheera. Ammas aadaan demokiraasummaafi ummatummaa dhaaba keenyaa har’as komiiwwan karaa kamiinuu ummata biraa ka’an dhaggeeffachuu, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuun ummata waliin mul’ata naannoofi biyya keenyaa dhugoomsuuf hoojjechuu nu gaafata. Kanuma irraa ka’uun Injifannoowwan hanga ammatti sochii haaromsatiin argaman kunuunsuufi boqonnaa itti aanutti ceesisuu, wal amantaafi wal-dhaggeeffachuu uumamaa dhufe cimsuu,... ተጨማሪ ያንብቡ
Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna - ጁላይ 27, 2022 Kabajamtoota Ummattoota Biyya Keenyaa Hundaaf Maqaan Itoophiyaa jedhu maqaa kabajaa rakkoodhaaf harka osoo hin kennin, qormaataaf osoo hin jilbiiffannee fi gufuuwwan cehuudhaan injifannoo ittii gonfatanidha. Seenaa ishee keessatti biyyi keenya yeroon isheen qormaata malee dabarsite muraasa. Tattaaffii cimina ijoollee isheetiifi gargaarsa waaqayyootiin, rakkoowwan mudatan heddu damdamattee as geessee jirti. Har’as cimina biyya keenyaa qoruuf rakkoo baay’een yoo nu marsanis, qaamoleen adda addaa halkaniifi guyyaa lubbuu keenya rakkoo keessa galchuuf walitti yoo dhufanis, gara fuulduratti deemuu keenya hin dhaabnu. Nuti yoomiyyuu, warri cimina eenyummmaa keenyaatiifi gargaarsa Waaqayyootti amannu, bacaqii gannaa keessa darbinee, ifa birraa abdachiisutu nutti mul’ata, dukkanaan gamatti ifa boonsaan akka jiru ni beekna. Dukkana kaleessaa akkuma darbine, rakkoo har’a nu quunname sababni cehuu dadhabnuuf akka hin jiraanne amanaa, har’as ciminaa fi jabina uumaaan nuu keenneef galata galchuuf... ተጨማሪ ያንብቡ
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ