Miidhama lammiiwwan Sooriyaa

Miidhamni lammiiwwan Sooriyaa ammas akkuma itti fufetti jira.

Gareen shoroorkeessaan idila Addunyaa IS jedhamuudhaan beekamu ammoo du'aafi baqannaa lammiiwwan biyyattii irra ga'u daran hammeesseera.

Balaa dhooyinsaa green kun har'a iddoowwan lamatti geessiseen lubbuun Namoota 78 darbeera.

Balaa balleessanii baduu kanaan lubbuun Namootaa darbuun baay'ee gaddisiisaadha.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

Nuu jiraadhu Oromiyaa!!

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......