ልጥፎች

ከጁን, 2022 ልጥፎች በማሳየት ላይ

REVIEW: TEDDY AFRO - ናዕት (እያመመው ቁጥር ፪) | with English Translations | One...

ምስል

Diinni Itiyoophiyaa irratti maalif xiyyeeffate?

ምስል
  Dubbii kana qalbeeffachuun,xiinxaluudhaan ilaaluun barbaachisaadha.Diinni keessaafi alaa Itiyoophiyaa irratti xiyyeeffachuudhaan Ummanni rakkoolee heduudhaan akka dararamu taasisaa kan jiru Itiyoophiyaan biyya jijjiiramaa jirtuufi hiyyummaa keessaa ba’uuf abdii qabatamaa qabdu waan taateef akka ta’e beekamuu qaba. Dhugaa kana beekuun qofaan gahaa miti.Lammiin biyyaa waan kana qalbeeffate biyyasaa shira diinaa irraa eeguu qaba.Kanaaf ammoo lammiin biyyaa hundumtuu dirqama qaba!Diinni Itiyoophiyaa sadarkaa kamirrattuu argamu imala guddinaa Itiyoophiyaa dhaabsisuuf wixiffannaa taasisu qolachuun kaayyoon diinaa akka hin milkoofneef shira diinaa hubachuudhaan socho’uun waan yeroon kennamuuf miti. Raayyaan ittisaa Itiyoophiyaa sochii diinaa qolachaa jira.Diina keessaafi alaa gahuumsaan qolachuuf qophaa’ummaan Raayyaan Itiyoophuyaa qabu daran ol’aanaa akka ta’es ni beekama.Nutihoo maal gochuu qabna? Akka lammii Itiyoophiyaatti nutis damee hojii itti bobbaane irratti hojii bu’a qabee

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ የዘንድሮውን የአረንጓዴ አሻራ መርሃ-ግብር በይፋ አስጀመሩ

ምስል
ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ የዘንድሮውን የአረንጓዴ አሻራ መርሃ-ግብር ዛሬ በጉለሌ ዕፅዋት ማዕከል በይፋ አስጀምረዋል። በማስጀመሪያ መርሃ-ግብሩ የኢትዮጵያ የቀድሞ ጠቅላይ ሚኒስትር አቶ ኃይለማርያም ደሳለኝ፣ የአፍሪካ ህብረት ኮሚሽን ሊቀመንበር ሙሳ ፋኪ ማሃመት፣ የክልል ርዕሳነ መስተዳድሮች፣ የፌደራልና የክልል መንግሥታት ከፍተኛ የሥራ ኃላፊዎች፣ አምባሳደሮች፣ የሃይማኖት አባቶች ተገኝተዋል። "አሻራችን ለትውልዳችን" በሚል መሪ ሀሳብ በሚካሄደው የዘንድሮው የአረንጓዴ አሻራ መርሃ-ግብር 6 ቢሊዮን ችግኞችን ለመትከል ታቅዷል። ኢትዮጵያ ከ2011 ዓ.ም ጀምሮ በተከታታይ አራት ዓመታት 20 ቢሊዮን ችግኞችን ለመትከል ግብ ይዛ እየሠራች ትገኛለች። ዘንድሮ የሚካሄደው የ6 ቢሊዮን ችግኞች ተከላ በእቅዱ መሠረት ከተከናወነ በአራት ዓመት የተያዘው 20 ቢሊዮን ችግኞች የመትከል ግብ ከእቅድ በላይ ይሳካል። ባለፉት አራት ዓመታት የተተከሉ ችግኞች አማካይ የጽድቀት ምጣኔ ከ80 በመቶ በላይ መሆኑ የተነገረ ሲሆን በዚህ ዓመት እንደ አየር ንብረቱ ተስማሚ የሆነ ችግኝ ለመትከል በትኩረት እየተሰራ ነው ተብሏል። በዚህም ለደን ዛፍ፣ ለጥምር ደን እርሻ፣ ለምግብ የሚያገለግሉ፣ ለመኖ የሚውሉ እና የተለያዩ ሀገር በቀል ችግኞች ለተከላ መዘጋጀታቸው ታውቋል። VIA:Ethiopian News Agency

እየተለወጠች ያለችው አዲስ አበባ የሀገሪቱ መሪ ምኞት ማሳያ ናት -ዘ ኢኮኖሚስት

ምስል
አዲስ አበባ የሀገሪቱ መሪ ምኞት ማሳያ ናት ሲል “ዘ ኢኮኖሚስት” የተሰኘው ታዋቂው የእንግሊዝ መጽሔት ዘግቧል። ዘ ኢኮኖሚስት በዘገባው በሀገሪቱ ግጭት የነበረ ቢሆንም ከተከሰቱ ግጭቶች ጎን ለጎን ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ አዲስ አበባን እየገነቡ ነው ሲል አስነብቧል፡፡ መጽሔቱ በቅርብ ጊዜ ተጠናቆ ለአገልግሎት የበቃውን የወዳጅነት ፓርክ ፕሮጀክትን እንደማሳያነት የጠቀሰ ሲሆን፥ የወዳጅነት ፓርክ የአዲስ አበባ አዲሱ የሕዝብ ማዘውተሪያ እና ተወዳጅ መዝናኛ ስፍራ መሆኑን ገልጿል፡፡ በፓርኩ ሲራመዱ የኢትዮጵያን የወደፊት እጣ ፈንታ ይመለከታሉ፣ ለስላሳ የፒያኖ ሙዚቃዎች አየር ላይ ይደመጣሉ፣ አዳዲስ ተጋቢዎች በሚያብረቀርቀው ሰው ሰራሽ ሐይቅ አጠገብ ፎቶ ይነሳሉ በማለት የፓርኩን ውበት አወድሷል፡፡ ከብዙ ፕሮጀክቶች በተጨማሪ በተያዘው ዓመት አንድ ትልቅ የሕዝብ ቤተ መጻሕፍት መከፈቱን እና በአጠገቡ የሳይንስ ሙዚየም እንዲሁም ቴአትር ቤቶችም እተገነቡ መሆኑን ዘ ኢኮኖሚስት ሽፋን ሰጥቷል፡፡ የተለያዩ መሪዎች የተለያዩ ሐውልቶችን እና ህንፃዎችን ይገነቡ እንደነበር የሚያትተው መጽሔቱ፥ የተሰሩት ህንጻዎች፣ መንገዶች እና የሕዝብ ቦታዎች በግዛት፣ በጦርነት እና በአብዮት ትሩፋቶች የተቀረፁ ስለመሆናቸው አስረድቷል፡፡ ያለፉት መንግስታት በራሳቸው ምስል ከተማዋን ለመገንባት ሞከረዋል ያለው ዘገባው፥ ከ2018 ጀምሮ ወደ ስልጣን የመጡት ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ ግን ከተከሰቱ ውስጣዊ ችግሮች ጎን ለጎን፥ ዘመን ተሻጋሪ ፕሮጀክቶችን በመገንባት ላይ መሆናቸውን አብራርቷል፡፡ የከተማዋ ነባር መሠረተ ልማቶች እድሳት እየተደረገባቸው ነው፣ የመንግስት መስሪያ ቤቶች ተለውጠዋል፤ የሕዝብ አውራ ጎዳናዎች በቀለማት ያሸበረቁ እና በአበባ ያጌጡ ሆነዋል፤ ታሪካዊው የመስቀል ዓደባባይ

Tamsaasa kallattii daawwadhaa

 Muummichi ministiraa Itiyoophiyaa Dr.Abiy Ahmad dhimmoota gara garaa irratti miseensoota mana marii bakka bu'oota ummataatiif dhimmoota adda addaa irratti ibsa kennaa jiru daawwadhaa. https://www.youtube.com/watch?v=GKDiqi1MODY

Muummichi Ministiraa Abiy Ahmad boru ibsa kennu

ምስል
  Muummichi Ministiraa Dr.Abiy Ahmad boru mana marii bakka bu'oota Ummataatti argamuun gaaffileefi yaada miseensoota mana marichaa irraa isaaniif dhiyaataniif ibsa bal'aa kennu jedhamee eegama.Turtii mana marichaatti taasisaniin dhimmoolee wayitaawaa guutuu biyyaa irratti iftoomina kan uuman ta'a.Mariin kun miidiyaawwan adda addaatiin kallattiidhaan tamsa'a jedhamee eegama

"አንድ ሰው በህይወቱ ምግብ የሚበላበት ካጣ ከዚህ በላይ ፈተና የለም!"

ምስል
  "ተፈትኛለሁ!" ብሎ ነበር። አዎ በአስር አመቱ ወላጆቹን አጣ። በዚያ ሚጢጢዬ እድሜው መከራን ከነገፈቷ ተቀበላት። "አንድ ሰው በህይወቱ ምግብ የሚበላበት ካጣ ከዚህ በላይ ፈተና የለም!" ይላል። እናም ተፈትኖ ላለመውደቅ ትንሹ ዳዊት ሲጋራ ከመሸጥ ጀምሮ ያልሰራው ስራ እንዳልነበር ይናገራል። "መቀሌ ገበያ ላይ ያሉ ነገሮችን ሁሉ እሸጥ ነበር!" ይለናል መቀሌ ተወልዶ አይደር የተማረው ድምጻዊ ዳዊት ነጋ። ተስፋ መቁረጥ ሽንፈት የሚመስለው ድምጻዊ ኑሮን ለማሸነፍና ውሰጡ የሚንቀለቀለውን የሙዚቃ ፍቅሩን ጫፍ ለማድረስ መከራን ተቀብሏል። "ሰርከስ ትግራይ ለመዝፈን ሄድኩኝ። በጊዜው አልተቀበሉኝም።...ማርሽ ባንድ ገባሁ። ድራመር ነበርኩኝ። ስድስት አመት ሰራሁ" እንዲያ እያለ ተስፋ ባለመቁረጥ ወዳሰበው ቀረበ። የመጀመሪያ ስራውም 'ባባ ኢለን' አይኑን ገለጸለት። በሁሉም ሙዚቃ አፍቃሪያን ዘንድ ተወዳጅነትን አተረፈለት። በነጠላ ዜማውም ደጋግሞ ብቅ አለ። ወዛመይ፣ዘዊደሮ፣ቸኮላታ፣ኣጆኺ ትግራይ እና ሌሎቹም የዳዊትን የረጅም አመት ህልም እያሳኩለት መጡ። አክሱማዊት የተሰኘ ሙሉ አልበምም በመስራት ተወዳጅ ከሚባሉ ድምጻውያን ጎራም ተቀላቀለ። ሰኔ 5 ቀን 2014 ዓ.ም ድምጻዊው ዜና ህልፈቱ ሲሰማ በርካቶች አዝነዋል። ሐዘኑንም እየተቀባበሉት ነው። ይህን ሳስብ በአንድ ወቅት ድምጻዊው ዳዊት ነጋ የተናገረው ትዝ አለኝ። እንዲህ ብሎ ነበር፦ "ታላላቅ ስራ የሚሰሩ የሀገራችን ሰዎችን በህይወት እያሉ የማመስገን ችግር አለብን። አንድ ሰው በህይወት እያለ ነው ማመስገን ያለብን።...ከሞተማ ሙቷል። የትም ሆኖ አይሰማውም። የሆነ ሰው በአቅሙ የሆነ ስራ ለሀገሩ ከሰራ... ማድነቅ መቻል አለብን።... ማድ

ካስቀመጥኩት ቦታ ላጣሁት ለአንዲ

  የማከብርህ የማደንቅህ አንዷለም አራጌ ሆይ ሰሞኑን በምትሰጣቸው ቃለመጠይቆችህ ከፍታህ "ተጠየቅ" ውስጥ እየገባ መሆኑን እየተመለከትኩ ነው። እንዲህ ያስባሉኝን ምክንያቶች ከንግግርህ የቀነጨብኳቸውን ነጥቦች በማቅረብ ጥያቄን አስከትላለሁ 1_ ብርሀኑ ነጋ ከብልፅግና ይልቅ ሚስቱንና ልጆቹን ብትተችበት ይመርጣል። ነጋ ጠባ የፈጣሪን ስምና ቅዱስ ቃሉን እንደ ህይወት ፈለግህ ስታነበንብል የነበርክና እኛም ፈሪሀ እግዚአብሄር አለው ብለን የመሰከርንልህ አንዷለም፦ በዚህ ደረጃ መውረድ እንዴት ተመቸህ? ካልጠፋ ምሳሌ ለምን ልጁንና ባለቤቱን መረጥክ? እርግጥ ነው ብሬ ከቤተሰቡም ከነፍሱሞ በላይ ሀገሩን እንደሚያፈቅር አውርቶ ሳይሆን ሆኖ አሳይቷል። ከሰማይ በታች ለሱ ከሀገር በላይ የለም። አቶ አንዷለም ንፅፅሮችህ እውነት ቢሆኑ እንኳን በሀገር ጉዳይ አንተ ያመንክበትን የተከበሩ ባለቤትህ ባያምኑበት ባንተስ በሌላውስ አይተቹም ማለት ነው? ለመሆኑ ዶክተር ናርዶስና ዶር አለም እዚህ ጋ መምጣት ነበረባቸው? _ትዝ ካለህ ከሆነ ከመአዛ መሀመድ ጋ በነበረህ ቃለመጠይቅ "እራሳችንን በአብይ ጫማ ውስጥ አስገብተን መመልከት አለብን" አላልክም? ባንድ በሌላ መድረክ ላይ "አብይን የመሰለ መሪ" እያልክ ስታንቆለጳጵሰውስ አልነበረም? ሌላው ቀርቶ እኔና ሰላሳ የምንሆን የፅናት ለኢትዮጲያ አባላት ጋብዘንህ ሳለ "በሚፈጠሩት ግድያዎችና መፈናቀሎች ዙሪያ ለምንድነው መግለጫ የማታወጡት" ብለን አጥብቀን ስንጠይቅህ ምን ብለህ ነበር የመለስክልን? "አብይ መታገዝ አለበት አብሮ ከመስራት ውጪ አማራጭ የለንም። አሁን ባለንበት ተጨባጭ ሁኔታ ብልፅግና ላይ እኛም ከዞርንበት ፅንፈኞቹ አቅም ያገኛሉ። ሀገራችን ቀጭን መስመር ላይ

Obbolummaa Brotherhood

ምስል
 Obbolummaa,ወንድማማችነት,Brotherhood

በኦሮሚያ ከ3 ሺህ በላይ ለሚሆኑ የህግ ታራሚዎች ይቅርታ ተደረገ

ምስል
  የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ከ3 ሺህ በላይ ለሚሆኑ የህግ ታራሚዎች ይቅርታ ማድረጉን አስታውቋል በክልሉ ለሚገኙ የህግ ታራሚዎች ይቅርታ የተደረገው በክልሉ ሕገ መንግስት መሰረት እንደሆነ ተነግሯል በዚሁ መሰረት መስፈርቱን ማሟላት ለቻሉ 3 ሺህ 673 የህግ ታራሚዎች ይቅርታ እንደተደረገ ታውቋል ብዙ ጊዜ ለታራሚዎች ይቅርታ የሚደረገው በአዲስ ዓመት መግቢያና በበዓላት ወቅት መሆኑ ይታወቃል፤የአሁኑ የይቅርታ ምክንያት ምን እንደሆነ አልተነገረም

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa Sirreeffamtoota Seeraatiif dhiifama godhan

ምስል
Biyya cimaafi hariiroo hawaasummaa tasgabbii qabu ijaaruudhaaf duudhaa dhiifama gabbisuufi cimsuun haalaan barbaachisaadha. Dhiifamaan cehuu, jaalalaan ida’amuun horata cabina hawaas-dinagdee fi siyaasaa ittiin suphinuufi egeree biyya keenyaa bu’uura cimaa irratti ittiin ijaarudha. Ummanni keenya aadaa araaraa fala waaraa kennu danuu qaba. Warra nama walirraa ajjeese gumaa baasee walitti araarsa. Dhugaa abbaa dhugaaf galchuun haqa lafa qabsiisa. Duudhaa araaraa cimaa adeemsa seenaa keessatti horateen buusee gonofee hariiroo hawaasaa cimsa fayyummaa sirnaa tiksa. Dhiifamni duudhaa Oromooti. Jaalalli eenyumaa isaati. Kanaaf Mootummaa Naannoo Oromiyaa duudhaa dhiifamaa ummata Oromoo ganamaatti deebi’uuf tarkaanfii rog-daneessa fudhachuu irratti argama. Haaluma kanaan, akkaataa Heerri mootummaa naannoo Oromiyaa keewwanni 57(3)(i) fi Labsiin Sirna dhiifamaa raawwachiisuuf bahe lakkoofsa 114/1998 keewwata 12(2)tiin Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa yeroon adab

Raabsitootaa fi gurgurtoota simmiintoo gabaa gufachiisan gabaan ala taasifaman

ምስል
Raabsitootaa fi gurgurtoota simmiintoo gabaa isaa gufachiisan sirna gabaa keessaa ala taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministirri Ministeerichaa Obbo Gabiramasqal Caalaa ibsa kennaniin, galtee ijaarsaa keessa simmintoorratti sababa namtolcheen gatiin isaa yeroorraa gara yerootti qaala’aa jiraachuu himaniiru. Gabaan simmiintoo qaala’uuf sababa kan ta’e dhiyeessii fi fedhiin walmadaaluu dhabuu ta’uu ibsaniiru. Proojektoonni ijaarsaa heddummaachuun dhiyeessii fi fedhii jiru gidduu garaagarummaa bal’aa kan uumeedha jedhanii, kunis gabaa isaa waliin dhahiinsaaf saaxilameera jedhan. Kana malees, oomishtoonnii fi raabsitoonni hariiroo uummataniin mooraa warshaalee keessatti nagahee malee bittaa fi gurgurtaan raawwachuurra raabsii simmiintoo haqa qabeessa hintaane uumamuu himaniiru. Rakkoo kana furuun oomisha simmintoo gatii madaalawaan fayyadamtootaa biraan ga’uuf mootummaan raabsitoota simmiintoo fi gurgurtootaa gabaan ala akka ta’an murteessuu Obbo

Yaadi Miidiyaa

https://www.tiktok.com/@yaadimedia1?is_from_webapp=1&sender_device=pc  

Tamsaasa kallattii Faanaa Laamiroot,dorgommii xumuraa boqonnaa 10ffaa daawwachaa

ምስል

Naannoo Afaarritti birriin miiliyoonni 13 ol to’atameera

ምስል
  Naannoo Affaaritti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 13 ol to’atameera. Naannoo Affaar godina godina Awusaatti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 13 ol to’atamuun ibsameera. Naannichatti buufata sakatta'aa aanaalee Koorii fi Cifraatti taasifameen Birriin miiliyoonni 13 fi  kuma 53 fi 490 to’atamuu Ajajaan Qajeelcha Poolisii godina Awusaa gargaaraan Komishinaraa Ahaaduu Mahaammad ibsaniiru. Baatiiwwan sadii keessatti ashaboon seeraan ala daddabarfamaa ture kuntaalli 216fi beenzilli jaarkaanii abbaa liitira 25,saddettamni to’atamuu ibsuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa. Haaluma walfakkaatuun Naafxaa baarmeelli 24 fi sukkaarri kuntaalli 50 to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu ibsaniiru

Qotannee nyaanna!

ምስል
  Tiraaktaraafi Qotiyyoodhaan qotuutu mul’achaa jira.Garaa garummaan Tiraaktaaraafi Qotiyyoodhaan qotuu hammam akka ta’eefi garaa garummaa bal’aa kan qabu akka ta’e hubachuun nama hin dhibu.Tiraaktaraan qotuun kan humna qabuuf,kan gurmaa’ee socho’uuf humna dabala. Qonnaan bultoonni biyya keenyaa iddoowwan adda addaatti kilaatsraan gurmaa’an Tiraaktaraan qotachaa jiru.Kun ammoo omishitummaan isaanii akka dabalu taasisa.Waggoota darban keessa carraaqqii gama kanaan taasisaniin bu’aa nama boonsu akka argatan himaa turan. Qonna Gannaa baranaatiinis kanneen kilaastaraan gurmaa’uudhaan qotachaa jiran omisha ol’aanaa arganna jechuudhaan abdatu.Abdiin isaanii waan duwwaa irraa kan ka’u miti,qabatamaadha.Tiraaktaraan qotatanii omisha dhabuun hin jiru. Sochiin Tiraaktaraan qotachuu qonnaan bultoota biyya keenyaa babal’achaa jira.Qonnaan bultoonni hin gurmoofnes Tiraaktara dabareedhaan kireeffatanii yoo qochisiifatan qabatamaan mul’achaa jira.Garuu filatamaan kilaastaraan gurmaa’anii qotach

Terriorist TPLF

https://www.conseilafricaindesmedias.net/single-post/tplf-s-war-of-insurrection-fundamentals-of-the-conflict-and-chronology-of-events-4  

Biqiltuu dhaabbanna

ምስል
Baatiin Ga nnaa Waxabajjiidhaan jalqabeera.Tokko lama jechuun hanga xumura Fulbaanaatti akka itti fufu ni beekama.Baatiiwwan kana keessa Biqiltuu dhaabbanna.Naannawa keenya misoomsina.Duula Ashaaraa magariisaatiin seenaa jijjiirra. Carraaqqii waggoota darban keessa itti fufiinsaan taasifameen Biqiltuuwwan biilyoonaan lakkaa'aman dhaabamaniiru.Kanneen keessaa meeqatu late?meeqatu bade? jechuun gaafachuun sakatta'uun barbaachisaadha. Biqiltuu ganna-ganna dhaabamaa jiruun numatu fayyadama.Faayidaan argannu ammoo hunda galeessa akka ta'e beekamaadha.Ganna baranaas duula Ashaaraa Magariisaa milkeessuuf qophiin haal duree taasifameera.Oromiyaa dabalatee naannolee gara garaa keessatti biqiltuuwwan akaakuu gara garaa qaban ni dhaabamu jedhamee eegama.Gurgurtaa biqiltuu irraayis kanneen itti qophaa'an galii dabalataa argachuuf jiru. Ajandaan keenya ammaa duula Ashaaraa magariisaafi hidha guddicha keenyatti marsaa 3ffaaf bishaan guutuudha.Hojiiwwan kun galmasaanii akka ga'ani

በወቅታዊ ሀገራዊ የደኅንነትና ጸጥታ ጉዳዮች ዙሪያ በመምከር፣ ከብሔራዊ የደኅንነት ምክር ቤት የተሰጠ መግለጫ

ምስል
የተከበራችሁ የሀገራችን ሕዝቦች፣ ብሔራዊ የደኅንነት ምክር ቤት፣ ከአንድ ወር በፊት፣ ሚያዝያ 14 ቀን 2014 ዓ.ም.፣ ሀገራዊ የጸጥታ ሁኔታን በጥልቀት መገምገሙ ይታወሳል። በዚያ ግምገማውም እንደ አልሸባብ፣ ሸኔና ጁንታ ያሉ የሽብር ኃይሎችን ሁኔታ ተመልክቷል። ከኮንትሮባንድ፣ ከሕገ ወጥ ታጣቂዎች፣ ከጽንፈኛ የሚዲያና የፖለቲካ ቡድኖች፣ ከአክራሪ ሃይማኖተኞችና ከሙሰኞች የሚመጡ ፈተናዎች በሀገር ላይ ያስከተሉትን ሥጋት ተመልክቷል። የመንግሥት መዋቅር የጥራትና የቁርጠኝነት ችግሮች እንደታዩበትም ገምግሟል። እንዲሁም የውጭ ጠላቶቻችንን ሤራና የውክልና ጦርነቱን ሁኔታ በጥልቀት መርምሯል። ብሔራዊ የደኅንነት ምክር ቤቱ በሚያዝያ ወር ባደረገው ስብሰባው እነዚህ ፈተናዎች በሀገርና በሕዝብ ላይ ያሳደሩትን ሥጋትና ፈተና በሚገባ ተንትኖ አስቀምጦ ነበር። የሕዝቡ የደኅንነት ሥጋትና ሀገራዊ አለመረጋጋት መባባሱን፤ ሕዝብ በመንግሥት ላይ እምነት እንዲያጣ እየተደረገ መሆኑን፤ በሃይማኖትና በብሔር አክራሪነት የተነሣ የሀገርን አንድነት ለመሸርሸር እየተሠራ መሆኑን፤ የሕገ ወጥ ታጣቂዎች ዐቅም እየጨመረ የሕጋዊ መዋቅሮች ዐቅም እየደከመ መምጣቱን፤ የሕገ ወጥ ታጣቂዎች መበራከትና መጠናከር ለኢኮኖሚያዊ እንቅስቃሴው ፈተና መሆኑን፤ ሕገ ወጥ ቡድኖቹ የሕዝቡን ሰብአዊና ማኅበራዊ መብቶች እየጣሱ ሕዝብ መሰቃየቱን፤ በጠቅላላ ሥርዓት አልበኝነት እንዲስፋፋ ምቹ ሁኔታ እየተፈጠረለት መሆኑን፤ ይህም ለውጭ ጠላቶቻችን ዕድል እንደፈጠረላቸው፤ ነገሩ በአስቸኳይ ካልተስተካከለ ሀገርን ወደ ከፋ አደጋ እንደሚያስገባ በሚያዝያ ስብሰባው መገምገሙ ይታወቃል። እነዚህን ችግር ፈጣሪዎችና በሕዝቡ ላይ ያንዣበቡ ፈተናዎች በዝምታና በትዕግሥት ማየቱ አደገኛውን ቀይ መሥመር እንዲታለፍ እንደሚያደርግ ታምኖበት ነበር

Gareen Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamu Turkiyee Jira

ምስል
Gareen  Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamuu Turkiyee galeera. Gareen kun shaakala loltummaa mootummaan Turkiyee qopheessu EFES 2022 jedhamu irratti hirmaachuufi jedhameera. Saganticha maddiitti Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa gita isaanii Turkiyee Janaraal Yaasaar Gular waliin dhimmoota gama lameenii irratti mari’ataniiru. Ijaarsa dandeetti fi deeggarsa loltummaa irratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’uu isaanii ragaan Embaasii Ityoophiyaa Turkiiyeetti argamurraa argame mul'iseera.

Ityoophiyaa bu’uura jabaarratti ijaaruuf galma qabame milkeessuuf hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee itti fufa-Mana Mare Tika Biyyaalessaa

ምስል
Hojiin nageenyaa mirkaneessuu jalqabameen seera kabachiisuun dabalees Ityoophiyaa bu’uura jabaarratti ijaaruuf galma qabame milkeessuuf hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee kan itti fufu ta’uu Manni Maree Tika Biyyaalessaa beeksise. Manni marichaa haala yeroo nageenyaa fi tika biyyaalessaarratti mari’achuun ibsa kenneera. Ibsichis akka ittaanutti dhiyaateera. Ji’a tokko dura, Ebla 14, 2014, Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala nageenya biyyaalessaa gamaaggamuun isaa ni yaadatama. Gamaaggamni kun haala gareewwan shororkeessitootaa kanneen akka Al Shabaab, Shanee fi Juntaa ilaaleera. Qormaata kontirobaandii, gareewwan hidhatan, miidiyaalee fi gareewwan fiinxaaleyyii siyaasaa fi miidiyaalee, fiinxaaleyyii amantii fi namoota dhuunfaa mmalaammaltoonni soda biyyarraan ga’aan ilaalleera. Caasaan mootummaarrattis rakkoon qulqullummaa fi kutannoo akka mul’atan gamaaggameera. Shira diinota keenya alaa fi lola bakka bu’ummaas gadi fageenyaan qorateera. Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa

Ol'aantummaan seeraa hundumaan kabajamuu qaba!

Seera cabsuudhaan ol'aantummaa seeraa kabajisiisuun waan danda'amu miti.Qaamoleen ol'aantummaa seeraa kabajisiisanis seera kabajuun akka hojjetaniif hubannoo gahaa akka qabaataniif hojjetamuu qaba.Dogongora tasa mudatuun Mootummaan Badhaadhinaan hogganmu komatamuu hin qabu! Ol'aantummaan seeraa qaama hundumaan kabajamuu qabudha.Mudannoon kaleessaa tokko namoota akka mufachiise hubatamaa jira.Gaazexeessitoota tibbana yakkaan shakkamuudhaan hidhamanii dhimmisaanii ilaalamaa ture keessaa kanneen muraasni maqaadhaan dha'aman wabii birrii kuma 10 kaffaluudhaan akka gadi lakkifamniif dhaddachi mana murtee dhimmi isaanii itti ilaalamuu akka murteesse gabaafameera. Odeeffannoon kun erga dhag'amee booda ammoo poolisiin dhimma isaanii qorachaa jiru ol'iyyata gaafachuudhaan Gaazexeessitoonni wabiidhaan akka gadi lakkifamaniif dhaddachi murteesseef akka gadi hin lakkifamne himamaa jira.Poolisiin battalumatti ol'iyyata gaafachuu hin danda'u turee?Maalif gara duub

Ibsa Mootummaa Naannoo Ooromiyaa irraa kenname!

ምስል
Gabaa simmintoo tasgabbeessuuf sochii taasifamu gufachiisuuf qaama socho’u irratti tarkaanfiin seeraa ni fudhatama! Mootummaan Naannoo Oromiyaa seeraan alummaa gabaa simmittoo keessatti mul’atu sirreessuuf akkasuma gabaa tasgabbeessuuf abbootii warshaalee simmintoo naannoo keenya keessatti argaman waliin marii taasisuun rabsi simmintoo karaa waldaalee mootummaaa naannichaa gurmaa’anii akka raawwatamu waliigaltee mallatteessuun isaa ni yaadatama. Bu’uuruma waliigaltee taasifameen waldaaleen IMX beekkamtii seeraa qaban 304 magaalotaafi godinaalee Oromiyaa hunda keessatti gurmeessuun rabsi simmintoo gatii madaalawaan karaa waldaalee kanneeni hawaasa naannoo keenyaaf akka dhiyaatu haaldureen xumuramee jira. Waan ta’eef, daldaltoonni kanaan dura rabsa simmintoo irratti bobbaatanii turtan simmintoo man-kuusaa keessaa qabdan gatii Biiroon Daldalaa Oromiyaa murteessee godinaaleefi magaalota hundaaf dabarseen gurgurtaan akka raawwattan Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hubachiisa. Koreen dhim