Shirri garee shororkeessaa Dr.Abiy ummataan akka jibbaman taasisuudha

 



Mootummaan Itiyoophiyaa dhimma birmadummaa biyyaa irratti garee kamiyyuu wajjin yoomiyyuu akka hin mari'anne,gara fulduraattis kan mari'atu akka hin taane Dr.Laggasa Tulluu himan.Ministirri tajaajila komunikeeshinii Mootummaa Dr.Laggasa Tulluu gaaffiifi deebiin FBC wajjin taasisan galgala kana tamsa'eera.Ergamaan addaa Gamtaa Afrikaa Oluseeguun Obbosaanjoo gargaarsi namoomaa jiraattoota Naannoo Tigraayiif akka dhiyaatuuf haala mijeessuudhaan ala ga'ee biraa akka hun qabne ministirichi himaniiru.TPLF yeroo adda addaatti mariin akka taasifame kan odeessisu muummichi minstiraa Dr.Abiy Ummataan akka jibbaman waan barbaaduuf akka ta'e Dr.Laggasan himaniiru.Ministirichi dhimmoota wayitaawaa adda addaa hawaasa keessatti mamsiisaa ta'an irratti iftooma uumaniiru.

 

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Ibsa Ijjannoo Yaa’ii dhaabbatummaa ODP

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)