kitaabonni kuma 7 caalan Abrhootiif gumaachaman

 


Gumiin dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa kitaaboota kuma 7 caalan mana kitaabaa Abrihootiif gumaache.

Barreessaan muummeen gumii dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa Taagaay Taaddala kitaabonni mana kitaabaa Abrhootiif gumaachaman manneen amantaa 7fi hordoftoota isaaniirraa kan walitti qabaman ta’uusaanii himuudhaan kitaaboota walitti qabaman mana kitaabaa seenaa qabeessa kanaaf kennaniiru.

Dhaabbileen gara garaafi namoonni dhuunfaan mana kitaabaa Abrihootiif kitaaboota gara garaa gumaachaa akka jiran ni beekama.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......