Muummichi Ministiraa Abiy Ahmad Baalee Roobee galan




Gareen qondaaltoota Mootummaa Itiyoophiyaa Ministira Muummee Dr.Abiy Ahmadii fi Pireezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin hoogganame daawwanna hojiif Godina Baalee magaalaa Roobee gaheera.OBN'tu gabaase.

በክቡር ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድና በኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ርዕሰ መሰተዳድር የተመራ የመንግስት የልዑካን ቡድን ወደ ባሌ አቅንቶ ሮቤ ከተማ ገብቷል
ኦ ቢ ኤን እንደዘገበው ልዑካን ቡድኑ ዛሬ ሮቤ ሲገባ የዞኑ ባለ ስልጣናትና ሃደ ሲንቄዎች ደመቅ ያለ አቀባበል አድርገውላቸዋል #Ethiopia

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.

Ibsa Konfaransii Dhaabbattummaa 8ffaa Dh.D.U.O

Akkuma Kaleessaa Har’as Qormaatota Injifinnoon Ceenee, Harka Keenya Galataaf ni Bal’ifna