Gareen Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamu Turkiyee Jira



Gareen  Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamuu Turkiyee galeera.

Gareen kun shaakala loltummaa mootummaan Turkiyee qopheessu EFES 2022 jedhamu irratti hirmaachuufi jedhameera.

Saganticha maddiitti Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa gita isaanii Turkiyee Janaraal Yaasaar Gular waliin dhimmoota gama lameenii irratti mari’ataniiru.

Ijaarsa dandeetti fi deeggarsa loltummaa irratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’uu isaanii ragaan Embaasii Ityoophiyaa Turkiiyeetti argamurraa argame mul'iseera.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......