Maqaan biyyaa Turk(Turkii) gara Tarkiiyee’tti maalif jijjiirame?

 


Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii(UN) moggaasni maqaa Turk(Tarkii) gara Tarkiiyee’tti akka jijjiirame har’a beeksiseera.

Moggaasni Tarkiiyee jedhu kun aadaa,qaroominaafi dudhaa ummata biyyattii kan bakka budha jechuun pireezidaant Rasiip Xaayib Erdogaan baatii darbe keessa himanii turan

BBC’n akka gabaasetti sababiin jijiirama moggaasa maqaa,moggaasni Turkii sanyii Andaaqqoo soorata warreen lixaatiif dhiyaatu wajjin kan wal qabate waan ta’eef akka ta’e himameera.

Moggaasni maqaa kun jijjiiramuun dhaabbata mootummoota gamtoomaniitiin akkuma ifoomsameen mootummaan biyyattii hojiirra akka oolche himameera.

 

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......