Yaa'iin bataskaanni tawaahidoo ortoodooksi Itiyoophiyaa xumurame.

 


Dhabama Nagaa mudate karaa waarummaa qabuun fala itti barbaaduufi lammiiwwan biyya isaanii keessa tasgabbaa’anii jiraachuu akka danda’aniif bataskaanni tawaahidoo ortoodooksi Itiyoophiyaa shoora araarsitummaa akka baatu himte.

Yaa’iin qulqulluu sinodoos Caamsaa 10 hanga 25 bara 2014 adeemsifamaa ture murteewwan gaara garaa dabarsuudhaan xumurameera.

Turtiifi adeemsa yaa’ichaa ilaalchisuudhaan paatiraarikiin bataskaana Ortodooksii Itiyoophiyaa Abuuna Maatiyaas har’a ibsa kennaniiru.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......