Gumaacha Kitaabotaa Abrihootiif

 


Biiroon Ispoortiifi Dargaggoota Magaalaa Finfinnee kitaabilee kuma 3 ol dargaggootaafi maatii ispoortiirraa walitti qabuun Mana Kitaabaa Abirihootiif gumaache.

Biiroon Ispoortiifi Dargaggoota Magaalaa Finfinnee kitaabilee kuma 3 ol dargaggootaafi maatii ispoortiirraa walitti qabuun Mana Kitaabaa Abirihootiif guyyaa har’aa gumaacheera.

Biiroon Ispoortiifi Dargaggoota Magaalaa Finfinnee kitaabilee qabiyyee garaa garaa qaban Mana Kitaabaa Abirihootiif gumaacheera.

Kitaabilee kunneen keessaa kuma 2 ol dargaggoota irraa kan walitti qabame yoo ta’uu, kuma 1 ol immoo maatii ispoortiifi hojjettoota biirichaarraa kan walitti qabame ta’uun himameera.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ