Qindeessaan balaa shoroorkaa Paariis ajjeefame

Namni kun Abdulahamiid Abaawuud jedhamuudhaan beekama.ergamaa garee shoroorkeessaa IS dha.Balaa shoroorkaa tibbana Faransaay Paarisitti mudachuun lubbuu Namoota 130 caalanii galaafate isatu qindeesse jedhameera.

Abdulhamiid har'a akka ajjeefamedha kan mirkanaa'e.Kaayyoon shoroorkeessitootaa yoomiyuu galma ga'uu hin danada'u,kunoo haala kanaan karaatti hafu.Kanaa mannaa isaanis Nagaan jiraachuudhan lammiiwwan Addunyaa Nagaadhaan akka jiraatan utuu godhanii wayyaaf ture.Kunoo takkuma takkaan hacaa'amaa jiru malee maal fayyadamanree?

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ቤተ መንግሥት ድረስ ገብተው ጉድ ሊሰሩን የነበሩ የሠራዊቱ አባላት መኖራቸውን ካሰብን......

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ