Hirmaannaa seena qabeessa fiigicha guddicha 15ffaa irratti taasifame
Hayilee Gabrasillaasee goota biyya keenyaati,Goota hojii baay'eedhaan maqaasaa waamsifate.
Sagantaan figichaa Hayileen waggaa waggaa waggaadhaan qopheessuufi lammiiwwan biyya keessaafi biyya alaa kumaatamaan lakkaa'aman hirmaachisuudhaan dorgomamu kun kaleessas marsaa 15ffaadhaan namoota kuma 40 hirmaachisuudhaan dorgomammeera.
Atileet kumaala Hayilee Gabrasillaasee fiigicha kana irratti xumuramuuf kiiloo meetirri 1 yoo hafu miila duwwaadhaan fiiguudhaan gaggeeffameera.Shoora ol'aanaa gumaachaa tureefis badhaafni qophaa'e kennameeraafi.Anis fiigicha kana kanumaan xumurumoo itti fufu laata?gorsa kessanin babaade
Ani gamkootiin sagantaa fiigichaa kana irratti yeroo sadi hirmaachuuf carroomeera.Hiramaannaan bara 2003,2006fi 2015 taasise meedaaliyaa qophaa'e fudhachudhaan kan xumuramedha.Baay'ees itti gammadeer.
Fiigicha guddicha Itiyoophiyaa Suraadhaan

አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ