Miseensoota ABO 21 irratti himannaan dhiyaateera
Himtamtoonni kun miseensa
garee shoroorkeessaa ta’uun akka socho’aa turan himannaa abbaa alangeetiin
eerameera.
Filannoo bara 2007 baatii
caamsaa darbe keessa adeemsifame jeequuf kan karorfatan misneesnni kun kanaafis
hanga Keeniyaa deemuun akka leenjifaman himaannaa dhiyaateen mul’ifameera.
Bu’aan filannichaa fudhatama
akka hin arganneefi jeeqamsi akka ka’uuf seeliidhaan gurmmaa’anii socho’aa akka
turanis himannichaan dhiyaateera.
Abbaan Alangee Namoota kan
irratti himannaawwan shoroorkeesitummaa wajjin wal qabatan afur dhiyeesseera.
Dhimma himatamtota kanaa
qorachuudhuuf dhaddachichi Sadaasa 07 bara 2008tti beellameera.
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ