Artiist Admaasuu Biraanuu boqoteera

Artiist Admaasuu Biraanuu halkan edaa sa'aatii shan irratti akka boqotedha kan himame.


Dhukkuba tasa isa mudateen akka boqoteefi wayita ammaa reeffisaa Hospitaala Zawudituutti akka argamu beekameera.

Maatiin isaa Ameerikaatti argaman  haalli ittiin du'e qulqullaa'ee akka beekamuuf freeffi nuuf haa turu waan jedhaniif riiffi artiist Admaasuu hanga maatiin dhufutti hospitaaluma akka turu dhaga'ameera.

Muziqaafi Diraamaa Afaan Oromoo hedduun kan beekamu artiist Admaasuu biraanuu abbaa ijoollee shanii akka ta'e beekameera.

Artiist Admaasuu Biraanuu keessumattuu bara 1983 asitti artiin Ummata Oromoo akka dagaaguuf shoora ol'aanaa gumaacheera.



አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman