Riik Maachaar taayitaa isaaniitti deebi'anii?

Suudaan kibbaa Nagaa argachuun Itiyoophiyaadhaaf gama hundumaanuu haala mijaawaa kan uumudha.

Waldhabdeen biyyattiitti lammiiwwan biyyattii dararaa ture dhaabbachuunis fayyadamtummaa biyyaalee ollaa akka mirkaneessudha kan hubatamu.

Pireezidaantiin Suudaan kibbaa Saalvaakiir itti aanaa isaanii kanaan dura ijaan argaa didanii turan tibbana iddoo taayitaa kanaan duraatti akka deebisan beekameera.

Qaamoleen gara garaas tarkaanfii pireezidaantichaa jajaa jiru.Fakkeenyaaf Gamtaan Afrikaa Dr.Riik Maachaar taayitaa itti aanaa pireezidantiitti deebi'uusaanii jajeera.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Ministiroota Itiyoophiyaa har'a muudaman

Ibsa Dhaabbatummaa Dh.D.U.O

Obbo Muktaar Kadir pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun lammata filataman