Shororkeessitoonni eenyu?
Shororkeessitoonni
biyyaa keenya eenyufa’i akka ta’an beektuu laata?.Shororkeessitoonni haala
qabatamaa biyya keenyaatiin adda ba’anii beekaman kan kanatti aananii
tarreefamanidha.
1.ABO
2.Ginboot
7
3.Adda
bilisa baasaa biyyaalessaa Ogaadeen
4.ONLF
5.al-Shabaab
dha.
Dhaabbileen
kun shoroorkeessitoota biyya keenyaa akka ta’an mana maree bakka bu’oota
ummataatiin waggootaan dura labsameera.
Akkaataa
labsii kanaatiin Namni dhuunfaas ta’e dhaabbanni seera qabeessi dhaabbilee
shororkeessitoota kana wajjin quunnamtii uumuun miidhaa geessise akkaataa
seerri farra shoroorkaa Itiyoophiyaa ajajuun seeraan gaafatamuunsaa waan hin
oolledha.
Dhaabbilee
kana da’oo taasifachuun adeemsaan ala gaaffiiwwan adda addaa kaasuudhaan
mootummaa irrattis ta’e Ummata irratti gochoota shoroorkeessitummaa raawwachuun
itti gaafatamummaa jalaa Nama hin baasu.#Ethiopia
አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ