Sabni Oromoo ofiin of bulchaa jira.Ob.Fiqaaduu Tasammaa
Ummanni Oromoo ofiin of bulchaa jira.humni kana haalu dhugaa qabatamaan jiru kan fudhachuu hin barbaanne qofadha.
Hoogganaan biiroo dhommoota koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaa gaaffiifi deebii 'horn affairs' waliin taasisaniin dhimmoota dhiyeenya Naannoo Oromiyaa godinaalee tokko tokkotti mudatanii turan irratti xiyyeeffachuudhaan ibsa bal'aa kennaniiru.
Hubannoo gahaa qabaachuuf gaaffiifi deebii barreeffama wajjin qindaa'e waan ta'eef mee hordofaa.argachuufis kana cuqaasaa

አስተያየቶች
አስተያየት ይለጥፉ