Sanyiin Leencaa 100 Itiyoophiyaatti akka argame dhageessanii?

Sanyiin Leencaa 100 Itiyoophiyaatti akka argame dhageessanii?

BBCn akka gabaasetti naannawa Daangaa Suudaaniifi Itiyoophiyaa kaabaa-lixatti sanyiin leencaa hedduun dhaabbata 'Born free Foundation'jedhamuun argameera

Sababa Adamoo cimaa  naannichatti jaarraa 20ffaa keessa tureen sanyiin leencaa badee ture.

odeeffannoo dabalataatiif kana cuqaasaaa 

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

Historic speech of PM Dr.Abiy Ahmed(english version)

Lafa Keenya Nujalaa Gurgurachuufi?

Ibsa Ijjannoo Koree Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokiraatawa Ummata Oromoorraa kanname.