Malaammaltoota adamsuun itti haafufu!

Malaammaltoota adamsuudhaan seeratti dhiyeessuun dhimma murteessaadha.Tarkaanfiin kun kan ummata miidhamaa tureen deeggaramu ta’uunsaa waan mamsiisaa miti.Ammas malaammaltoota adamsuudhaan seeratti dhiyeessuun kan ummataan deeggarame ta’ee itti fufuu qaba.


Akkuma magaalaa Galaan malaammaltoonni magaalaa Laga Daadhii Laga Xaafoo carraa too’annoo jala oolfamuu argataniiru.


አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ