Carraawwan lootarii hadha haaromsaa ifoomsaman

Lootoriin Hidha guddicha haaromsa Itiyoophiyaa abbaan carraa miiliyoona 10 har’a ba’eera.

Akkaatumja kanaan lakkoofsi carraa 1ffaa; 2913750 ta’uun Birrii miiliyoona 10n ba’eera.
Miiliyoona 5 kan argamsiisu ammoo abbaan carraa 2ffaa 0497398 ta’uun ba’eera.
Carraa 3ffaan; abbaan Birrii miiliyoona 2 ammoo 0207104 ta’un ba’e.

Abbaan carraa 4ffaa fi Birrii miiliyoona 1 argamsiisus 2707403 ta’uun akka galgala kana ba’e beekameera.
Kun kanaan utuu jiruu waancaan hidha haaromsaa galii walitti qabuuf Naannoo Oromiyaa keessa naanna'aa jiru tibbana godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee keessa tibbana naanna'uu eegaleera.
Ijaarsi hidha guddicha haaroomsa Itiyoophiyaa dhibbeentaan 70 irra akka ga'e  ni beekama

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ