Itiyoophiyaafi Niwuuyoork

Itiyoophiyaafi Niwuuyoork waliif maaliree? jechuu dandeessu.Maqaan Itiyoophiyaa har'a Niwuuyoorkitti haala ol'aanaadhaan ka'a.

Biyyi guddittiin teenya Itiyoophiyaan har'a ardii Afrikaa bakka bu'uudhaan filannoodhaaf dhiyaattee jirti.Miseensa yeroo mana maree tasgabbii dhaabbata mootummoota gamtoomanii taati jedhamees eegaama.

Bu'aan filannoo kanaa akkuma nudhaqqabeen kan isin biraan geenyu ta'a.

Utuu jennuu humnoonni badiifi diinoonni Itiyoophiyaa biyyi teenya ardii Afrikaa bakka bu'uudhaan akka filatamtuuf hin barbaadan,yoo filatamtes dallansuu ol'aanaa keessa seenuun hidhii of ciniinaa akka oolan beekamaadha.

Hidhii of ciniinuu malees waca isaanii barame sana wal ga'uudhaan ni dhageessisu jedhamee eegama.

አስተያየቶች

ከዚህ ጦማር ታዋቂ ልጥፎች

invastimantii Oromiyaa caalmatti cimsuuf qajeelfamni dambii haaraan ba'ee hojiirra ooluu eegaleera

ግጭት ተከስቶባቸው የነበረባቸው የቡኖ በደሌ ዞን ሁለት ወረዳዎች ሙሉ በሙሉ ወደ መረጋጋትና ሰላም ተመልሰዋል

የዶ/ር ነጋሶ “የኦሮሞ ህዝብ ታሪክ” መፅሐፍ